Ammee: WBO’n magaalaa Shaambuu tohannaa isaa jala galchuuf dhukaasa bane

Ammee: WBO’n magaalaa Shaambuu tohannaa isaa jala galchuuf dhukaasa bane

Keelloo: Fulbaana 10, 2021

Waraanni Bilisummaa Oromoo Lixa Oromiyaa godina Horroo Guduruu Wallaggaatti, magaalaa guddoo godinichaa Shaambuu dhuunfachuuf dhukaasa banee akka jiru himame.

Magaalaa Shaambuu dhuunfachuuf halkan edaa itti marsee kan bule, yeroo amma lola guddaan WBO fi waraana mootummaa gidduutti gaggeeffamaa jira jedhan.

Daandileen cufamanii jiraachuu kan himame, Waraanni Bilisummaa Oromoo WBO’n naannoo Lakkuu jedhamutti waraana mootummaatti ulaa cufee haleellaa raawwataa jira jedhame.


Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.