Author Archives: Admin

BREAKING_NEWS #ሰበር ሚስጥር ዶ/ር #አብይ አህመድ: Waan Ajaa’ibaa Abiy Ahmed Biyya Arabaatti Raawwate ilaali

BREAKING_NEWS #ሰበር ሚስጥር ዶ/ር #አብይ አህመድ: Waan Ajaa’ibaa Abiy Ahmed Biyya Arabaatti Raawwate ilaali 00

Atileet Birhaanee Abaabil riikordii addunyaa cabsite

Atileet Birhaanee Abaabil riikordii addunyaa cabsite (BBC Afaan Oromoo) — Atileet Birhaanee Abaabil fiigicha maaraatoonii walakkaa rikoordii addunyaa kan dubartootaa cabsite. Atileetiin ganna 28 kun dorgommii maaraatoonii walakkaa ‘Ras-al-khaimah’ jedhamu UAE Jimaata ganama fiigame sa’aatii tokko, daqiiqaa afur fi sakandii… Read More »

Buraayyuu keessatti Komaander Solomon Taaddasaa qaamni mootummaatin ajjeefame

Buraayyuu keessatti Komaander Solomon Taaddasaa qaama mootummaatin ajjeefame Guraandhala 21, 2020 Komaander Solomon Taaddasaa Buraayyuutti ajjeefame odeessa jedhu maxxaansaalee marsaa hawwaasaa kana irraan dubbisaa jira. Dhimma ajjeechaa kanaa namootiin barreessan akka qaamni mootummaa raawwatedha. Keessattuu miseensonni KFO nama kana sabboonaa… Read More »

የብልጽግና ኅልዉና ከ”ማሸነፍ” ጋር የተሳሰረ ነዉ፡፡

የብልጽግና ኅልዉና ከ”ማሸነፍ” ጋር የተሳሰረ ነዉ፡፡ ፍዳ ቱምሳ, Guraandhala 21, 2020 በኢትዮጵያ ለሁለተኛ ጊዜ መንግስት ያቋቋመዉ ፓርቲ ተመስርቶአል፡፡ የመጀመሪያዉንም ያሁኑንም የመሠረቱት ኮሎኔሎች ናቸዉ፡፡ ፈርዶብን !! ሁለቱም ፓርቲዎች የተመሠረቱት በአራት ኪሎ ቤተመንግሥት ዉስጥ ነበር። የመጀመሪያው፤ ኢሰፓ፣ ከሱ ቀድመዉ የነበሩ ፓርቲዎችን/ድርጅቶችን አፍርሶ፣ዉስጥ… Read More »

RSWO Olmaa Magaala Awwadaay, Guraandhala 20, 2020

RSWO Olmaa Magaala Awwadaay, Guraandhala 20, 2020 The Ethiopia 🇪🇹 Government terrorized the people and students were is human rights were is Amnesty International were is the humanity KMN:- Guraandhala 20/2020 #updated_Awwadaay ==================================== Suuraawwan dabalataa gocha guyyaa har’aa waraanni mootummaa harargee… Read More »

Nageenya Oromoof Oromiyaa caalaa waan nu yaaddessu hinqabnu!

Nageenya Oromoof Oromiyaa caalaa waan nu yaaddessu hinqabnu! Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo, Gurraandhala 20, 2020 Nagaan bu’uura jireenya saba tokkoo ta’uu nii amanna. Saba nagaa qabutu, bilisummaa argata; saba bilisummaa qabutu hiree isaa murteeffata. Kanaaf nagaan Oromoo waan hundaan olitti… Read More »

Steady, measured reforms would help Ethiopia reach its potential

Steady, measured reforms would help Ethiopia reach its potential BY STELLAH KWASI AND JAKKIE CILLIERS, February 20, 2020 (iss africa)–Since the early 1990s Ethiopia has experienced reduced state repression, a relatively stable political climate, and has made encouraging strides to… Read More »

The Rebels (OLF) charging for election

The Rebels (OLF) charging for election By Martin Schibbye | February 20, 2020 (Sweden, The Blankspot) — The guerrilla group Oromofolk’s Liberation Front (OLF) was allowed to return to Ethiopia 2018 as part of the newly-appointed Prime Minister Abiy Ahmed’s reforms. Now its… Read More »

The mystery sickness bringing death and dismay to eastern Ethiopia

The mystery sickness bringing death and dismay to eastern Ethiopia As villagers in Somali region fall ill in unexplained circumstances, some locals fear gas exploration has tainted the local water supply (The Guardian) — At first, 23-year-old Khadar Abdi Abdullahi’s… Read More »

Exposed: Tall Tale of the Amhara students kidnapping from Dambi Dalo university

Exposed: Tall Tale of the Amhara students kidnapping from Dambi Dalo university (repost) በዶምቢዶሎ ታገቱ የተባሉት የአማራ ተማሪዎችን አብይ እራሱ በአማራ የደህንነት ሠራተኞች ከጎጃምና ጎንደር እንዳሳፈናቸውና የዩኒቨርሲቲ ተማሪዎች እንዳልሆኑ ቤተሰቦቻቸው አጋልጠዋል ።

SBO – Qabsoo Oromoo Harargee – Guraandhala 20, 2020

SBO – Qabsoo Oromoo Harargee – Guraandhala 20, 2020 [SBO – Gurraandhala 20,2020] Jilli hoggana ABO kan waajjira dhaabichaa banuuf gara Lixa Shaggaritti bobba’e humna nageenyaa mootummaan dhorkame. Godina Shawaa Lixaatti waajjira ABO Ona Ada’aa Bargaa banuudhaaf jilli ABO Jaal… Read More »