Bilisummaa
Afaan Oromoo

Daandiin Bilisummaa Hidhachuu Qofa!

Daandiin Bilisummaa Hidhachuu Qofa! Damee Boruu: 7/27/2018 Abishee Garbaa waraana Amhara wajjin yaroo baayyee lola godhee injifatee biyyaa baasaa akka ture hima. Guyyaa harka Habashaatti kufu garuu yaroo duraaf waraanni Amharaa qawwee hidhatee dhufe jedhama. [Read more]