BBC and VOA Afaan Oromoo – Aug 3, 2020

BBC and VOA Afaan Oromoo – Aug 3, 2020


Oromiyaa Keessatti Uggura Geejjibaa Labsame Irraa Kan Ka’e Bakkawwan Adda Addaatti Hanqinni Geejjibaa Uumamuu Tu Himama


ADAAMAA (VOA Afaan Oromoo) — Naanno Oromiyaa bakkawwan garagaraatti uggura geejjibaa waamameen walqabatee shochiin geejjibaa darbee darbee hanqachuu isaa, jiraattonni bakkawwan adda addaa irraa VOAtti himanii jiru.

Kaayyoon uggura geejjibaa kun mootummaan hoogganoota siyaasaa dabalee namoota hedduu Oromiyaa keessatti hidhee jiru akka hooku gaafachuuf akka tahe dubbatan, namoonni kun.

Mootummaan naannoo Oromiyaa labsiin ugguraa kun kan farreen nageenyaan labsame jechuun, si afuraffaaf kan harkaa fashale tahuu dubbata.

Gabaasaa guutuu caqasaa.

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.