Breaking news: Godina GUJII LIXAA magaalaa Bulee Horaa

Godina GUJII LIXAA magaalaa bulee horaa irraa fageenya km 4 irratti bakka addaa baddaa magaadati WBOn bifa adda ta’een daandii irratti bahuun sakkata’iinsa itti fufee jira. uummati keenya nannoo sana yeroo geesan hin sodaatinaa WBOn woraana keessani waan ta’eef odeessaa, nyaata kkf cinnaa dhaabadha.WBOn haa waaru. IUOF. page kana like,comment, share gochuun hordofa.
KONKOLAATAA TELECOM waraana deddeebiisaa turte harka WBOn booji’amtee jirti. silaa lafa bilisoomsannee dhuunfanne qabaannee akka tigraay Sana nutis taankiif konkolaataawwan boojo’aman hundi hojiirra oolanii ittii diin haleelaniinii tureeyyu.
ammas fagoo miti akki suniiis akka dhufu abdii guddoo qabna.

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.