Breaking News: Odeessa keessoo Bilxiginnaati dhooksaan nu ergame!

Breaking News: Odeessa keessoo Bilxiginnaati dhooksaan nu ergame! Bilxiginnaan dhukkee wal irraa kaasaa jirti!

Via Shukuredin Jamal

Demeke Mekonnen Abiy

Bilxiginnaan Amaaraa Abiy Ahmed irratti gaafii gurguddaa kaafte.

  1. Abiy magaaloonni Amaaraa warra Tigraay too’atamaa jirti Juntaa hanga Gondaritti lafa keenya too’achaa jira Juntaa deebisuu akkamiin dadhabame?
  2. Mootummaan Federaalaa hanga Juntaa Tigraay too’attee, Naannoo Amaaraa too’attaa jirtutti maal hojjachaa jira..?
  3. Raayyaan Ittisa Biyyaa maaliif humna Juntaan booji’ama?
  4. Humni Naannoo tokko akkamitti Mootummaa Federaalaa injifachuu danda’e Tigraay fi magaaloota Naannoo Amaaraa too’achuu danda’e..?
  5. Magaaloonni Amaaraa yeroo humna Juntaan too’atamu Mootummaan Federaalaa maaliif ibsa kennu dhiise ummata keenya soba…?
  6. Biyyi akka biyyatti itti fufsiisuu keetiif ragaa maaliin amanna…?

Gaafii baay’eetu Abiy kiloo 4 keessatti hudhee kokkee qabaa jira! Gaafii kun cunfaadha!
Warri sodddaa gaafii kaasee. odeessa kana Saffisaan Waliif Dabarsaa…!!

Oduu Guyyaa har’aa, I*ccitii miliqee PP Keessaa nu dhaqqabe, Qabsoo Oromoo, Qeerroo


Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.