Dhaawannaa Dr. Abiyi – Baaleeti Godhe fi Gaaffii Ummata Oromoo

Dhaawannaa Dr. Abiyi – Baaleeti Godhe fi Gaaffii Ummata Oromoo

Caamsaa 6, 2018


Ayyoon teenya kaleessa kabinee Baalee irraa dhukkee kaftee dura goottuma qabdi ishiin nuuf jiradhu rabbii umrii haragesa siif haa kennu nuuf jiradhu horii bullii Qabsoo kaleessas hardhas! Aayyoon tun yoo yaadattaan gaafa hiriira guddichaa Baale Dalloo mannaatti alaabaa qabattee ummata mormii godhaa jiru hogganaa turte. Sababa saniin waggaa tokkoo ol mana hidhaa Zuwaay/Baatuu daramaa turtee akkuma baateen duula lammiilee keenya diinni buqqaasee gargaaruu qindeessaa jirti. Umrii dheeradhu jennaan!








Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.