DW: Bekele Gerba and Some Other Political Prisoners got released

February 13, 2018


ሰበር ዜና: አቶ በቀለ ገርባ ከእስር ተፈቱ። የኦሮሞ ፌድራሊስት ኮንግረስ ምክትል ሊቀ-መንበር አቶ ሙላቱ ገመቹ አቶ በቀለ ገርባ ከእስር መፈታታቸውን ለዶይቼ ቬለ አረጋግጠዋል።
Baga gammadne – baga gammaddan! #Baqqalaa Garbaa fi gareen isaa mana hidhaatii ba’aniiru!

Yaa Baqqee – yaa #Baqqalaa
Jabaa leenca daggalaa
Hidhamtee dhugaa dhabdee
Balleessaa malee cabde!
Kosii hin haanee harki kee
Maalidharee yakki kee?
Dabaa tuffatte malee
Sabaaf dubbatte malee…
Afuuftuutu si shakka
Biyya Oromummaan yakkaa!




Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.