Jaal Caaltuu Siyyoo Jaarraa Haa Waldhaannu!


Caaltuu Siyyoo


Seenaa Caaltuu Siyyoo Jaarraa

Caaltuu
Caaltuu Siyyoo Jaarraa

Caaltuu was born in the village of Abuuqee in esatern Hararge and grew up in the city of Dire Dawa.  As the oppression of the Oromo people by the military regime (Derg) became unbearable, she left her family and home and joined the Oromo struggle for freedom led by the Oromo Liberation Front OLF in 1986.

After completion of her training, Caaltuu was assigned she was assigned to the 22nd Cibiraa (Unit) of the OLF army stationed at Gobeellee in eastern Oromia and fought the Mengistu regime until its demise in 1991.

As the OLF participated in forming the Transitional Government of Ethiopia (TGE) in 1991, Caaltuu was stationed in Gubbaa Qoriichaa district in the OLF controlled region of western Hararge as a commander of an OLF sub-unit. However, the TPLF violated the peace agreement it had made with the OLF and opened an armed conflict against it in 1992. While defending bravely an OLF position, Caaltuu was severely wounded in one of her arms and leg and fell into the hands of the enemy. Her captors took her to a TPLF military camp known as the Awash Brigade and put her in prison there. After two months, because of outrageous torture in prison, and lack of treatment for the bullet wounds she had incurred in the war, Caaltuu was on the verge of losing her life. At that point, a sympathetic OPDO cadre pleaded and could sway his TPLF commander to send her to a clinic. She was sent to a hospital in the town of Ciroo for treatment under the watchful eyes of prison guards.

However, the Ciroo hospital was not equipped to give Caaltuu the treatment she needed. Therefore, Oromos who knew her situation ‘stole’ her from the hospital and took her to save her life.  In Finfinnee she was given treatment at the Black Lion Hospital commuting from Gullallee in disguise. Unfortunately, the OLF was forced to withdraw from the TGE and its office was closed in June 1992. Caaltuu was forced to leave Finfinnee and her medication was disrupted.

Caaltuu has never been well for the last 29 years, and the pain from her broken elbow has become unbearable with time. Since medical expertise to help Caaltuu is unavailable in Ethiopia, her doctors have advised her to seek treatment for prosthetic replacement, and for her unremitting pain and suffering abroad.

Caaltu has no means to pay for her medication which is estimated to cost tens of thousands of dollars. Therefore, she is appealing to Oromos and others for help. We the undersigned have formed a committee to support Caaltuu and opened bank and Gofund accounts in her name given below. We Oromos owe Caaltuu and her like boundless gratitude for the sacrifices they have made to reestablish our freedom. We feel that it is our moral duty to support Aadde Caaltuu with what we can.

Caaltuu Support Committee:

  1. Prof. Mekuria Bulcha
  2. Prof. Guluma Gemeda
  3. Prof. Mohammed Hassen
  4. Obsa Hassan
  5. Arfaase Gammadaa
  6. Ammee Mumee
  7. Abdii Badhaadhaa
  8. Oromia Mohammad
  9. Hyder Galamsiyyii

Click goFundMe button to support Caaltuu Siyyoo Jaarraa

Caaltuu Siyyoo

Seenaa Caaltuu Siyyoo Jaarraa gabaabaatti

Caaltuun godina Harargee Baha magaalaa Malkaa Raafuu, Ganda Abbuqqee jedhamtu keessatti dhalatte. Haata’u malee, ijoollummaa ishii irraa kaaftee magalaa Dire Dhawaa ganda afata issaa keessatti guddatte.

Sirni Dargi miidhaa uumata Oromoo irraan gaha ture mormuuf qabsoo bilisummaa Oromoo ABOn geggeeffamu bara 1986 (lakk. Awuroppaa) Jibuutiitti deemte makamtee. Jibuutiitti irraa bara 1987 Zeyilaa deemtee leenjii waraanaa moora ABO magaalaa Booramaa, biyya Somaaliyaa keessatti fudhate.

Akkuma leenjii xumurratteen mooraa ABO magaalaa Hargeessa tureetti ramadamte. Waggaa tokkoo booda, waraanaa ABO magaalota Hargeessa fi Booramaa turani waliin Oromiyaa deebitee seenuun waraana ABO Gobeelle turetti makamte. Waraana ABO kan baha Oromiyaa ture keessaa Cibiraa-22ffaa tti ramadamuun hamma kufaatii mootummaa Dargiitti iddoo adda addaatti sochootee qabsoo hidhannoo geggeessaa turte.

Akkuma Dargiin kufeen cibirraa-22ffaa J/Yaadataa Bariisootiin durfamuu fi hogganoota ABO kan biros waliin kara Abboosaatiin Harargee dhiihaa magala Galamsoo seenuun yeroo cehumsaa keessa qabsoo irra turtee. Bara 1992 (lakk. Awuroppaa), Aanaa Gubbaa Qorichaa keessa lafa Bubbee jedhamutti, lola waraana Wayyaanee waliin taasifame irratti ajajjuu Haadha Muraasaa ta’uudhaan gootummaan diina dura dhaabate osoo lolchiisaa jirtu rasaasa diinaatiin harkaa fi miila ishee irra rukutamtee booji’amuudhaan harka diinaa seente.

Erga booji’amtee boodas buufata waraana Wayyaanee Birgeedii Hawaash jedhamee waamamu keessatti, odeefannoo dhaaba keetii kenni jechuun ji’a lamaaf miidhaa guddaan irra gahe. Rasaasaan bakka lama erga dhawamtee booda wallaansa dhabaan sadarka lubbu dhabuu eega geesse booda akka yaalamtuuf Hospitaala Ciroo geeffamtee achitti eegamaa turte.

Namooni Oromoo kan yaalii wallaansa dhabuu ishii hubatan, miliqsanii Hospitaalicha keessaa fuudhaani wajjira ABO Finfinnee tureetti geessanii achi irraa Hospitala Xiqur Anbasaatti dedeebitee otoo yalamaa jirtuu ABOn Mootummaa Cehumsaa keessaa bahe.

Rakkni cimaan ABO fi miseensota isaa irra gahee ture yaalumsi Caaltuus akka addaan citu godhe. Haala kanaan miidhaa qaamaa cimaa isheerra gahee turee irraa osoo hin fayyin yeroo dheeraaf dhukubsachaa jiraatti.

Caaltuun har’allee wallaansa dhabuudhaan rasaasa miila keessatti baattee halkanii guyyaa dhukkubsachaa jireenya itti fuftee jirti. Harki dhahame akkasuma taa’uu fi ka’uu dhorkuun rokkoo guddaa keessa jirti.
Shamarreen lubbuu ishii dabarsitee haqa saba ishiif falamuuf kennite kun hara’a yoo xiqqaate hakima deemtee laalaa mudate kana qabaneessu qabdi. Kunis gargaarsa keessan gaafata.

Waan dandeessaniin Caaltuu bira akka dhaabbataan isin kadhanna.

Komitee gargaarsa Caaltuu

1. Prof. Mekuria Bulcha
2. Prof. Guluma Gemeda
3. Prof. Mohammed Hassen
4. Dr. Obsa Hassan
5. Arfaase Gammadaa
6. Ammee Mumee
7. Abdii Badhaadhaa
8. Oromia Mohammad
9. Hyder Galamsiyyii

Caaltuu Siyyoo

Similar Articles

Comments

  1. We need to expose those nephtexyas such as former athlete Haile Gebresselasie who are currently burning down their own covid-19 affected hotel businesses in Oromia, inorder to commit insurance frauds expecting to recieve highly exaggerated fire insurance settlement claims while intentionally hurting the incomes of Oromos economy.

  2. Urgent Messages to all Oromos in Oromia
    —————/////————-/-///////////:/::
    As we all know Abbey Kassaye’s & Eritrea’s
    dictator Isayas’ marriege is official. Any Tigirigna speaking Marcinaries damped in Oromia are all Eritreans. Around 10,000 of Eritrean marcinaries
    are looting, torturing Oromo families after breaking down oromos homes.
    Usage of Marcinary army in any countries’ domestic affairs are international and AU law are Treasons on Abbey Kassay. Ertrea is independant country who bled Ethiopians and impoverished Our country for over 30 ugly years! Eritrean marcinaries should go home immediately! No Eritreans have right to loot and rape Oromo families! Protest all out against Banda army of foreign nation of Eritrea now!
    Pass my message to all Oromos ASAP!

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.

blank

Ethnic cleansing continued in Oromia Regional State by Abiy Ahmed

Ethnic cleansing continued in Oromia Regional State by Ethiopian government lead by Dr. Abiy Ahmed, Prime Minister of Ethiopia July 10, 2020 The Right Honourable Justin...

New Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in pdf

Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in PDF Via Aba Orma, September 3, 2019 የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) Author: Mudhin Siraj Pages: 152 Language: Amharic Year: July 2019 To...

OMN: ODUU GALGALAA (GURRAANDHALA 20, 2020)

OMN: ODUU GALGALAA (GURRAANDHALA 20, 2020)

PM Abiy Ahmed says African Americans live in the past

PM Abiy Ahmed says African Americans live in the past In the first part of this video, Ethiopia’s Prime Minister Abiy Ahmed Ali (Nobel Peace...

The Oromo Demand: The Removal of Statues of Menelik II

The Oromo Demand: The Removal of Statues of Menelik II By Leenjiso Horo, July 5, 2020 Today in the United States of America, the statues of...