The Most Heinous and Heartbreaking Genocide in Wallaga, Oromia

Amsalu Gudata on the left. Her husband and four kids on the right

A mother of four, Mrs. Amsalu Gudata, was assassinated in front of her children by the government security force in Wallaga. Amsalu was on a farm doing her usual work and taking care of her small children when security men arrived and shot her to death. Her husband was in bed since he was severely beaten by security forces a weak earlier.  The four small children are left now without any support.

The same force, two and half years ago, killed a son and forced the mother to sit on her own son’s dead body. It is the most inhumane, unimaginable, despicable, heinous hatred committed by military force of PM Abiy Ahmed for no reasons.



[QBO – Caamsaa 22,2020] Godina Wallagga Lixaa Ona Laaloo Assaabii keessatti Gochi Gaddisiisaan Raawwatame; Haati Ilmaan Afurii Waraana Mootummaan Ajjeesamte.

Guyyaa kaleessaa Caamsaa 21,2020 Godina Wallagga Lixaa Ona Laaloo Assaabii ganda Kellayii Birbir jedhamutti haati ilmaan afurii (4) kan ooyiruu keessa hojii irra turte Aadde Amsaaluu Guddataa jedhamtu rasaasa waraana mootummaa Itophiyaan ajjeesamuu ishee jiraattotni gandichaa himaniiru.

Aadde Amsaaluu Guddataa kaleessa kan ajjeesamte guyyaa keessaa naannoo sa’aa 1:00 ykn ALItti. naannoo sa’aa 7:00tti ta’uu ummatni naannichaa kan ibse oggaa ta’u, waraanni mootummaa kunis rasaasaan ajjeesanii achumatti dhiisanii biraa deemuus eeran.

Abbaan warraa Aadde Amsaaluu torban tokkoon duratti reebicha waraana mootummaan irra ga’een haalaan miidhamanii jiraachuun kan ibsame yoo ta’u, ilmaan isaanii afran haati irraa ajjeesamte dirree irratti hafanii qara ilaalaa hafuuf dirqamaniiru jedhu maddeen.

Guyyootuma muraasa kana gidduutti Onuma Laaloo Assaabii magaalaa Wanjoo fi naannoo ishee keessatti barattoota Yunversitii fi kanneen hidhaa baasamanii ajjeesaman dabalatee dargaggootni afur waraana mootummaa Itophiyaan ajjeesamuu medialeen adda addaa kan gabaasaa turanii fi jiranii dha.

Dhumaatiin yeroo ammaa dhala Oromoo irra ga’aa jiru waan halkan tokkoof illee nama callisiisu hin turre kan jedhan barsiisotni Ona Laaloo Assaabii irraa yaada isaanii kennatan, wanti amma naannoo keenyattis haa ta’u, godinoota biroo keessatti ta’aa jiru waan arginees, dhageenyees hin beekne, yakka olaanaa dha jedhaniiru.

Yo ummatni jiraate biyyis, mootummaanis, mormituunis jiraatu waan ta’eef, qaamni dhimmi ilaalu cufti haala Oromiyaa keessaa furuu fi ummata kana dhaqqabuuf yeroon yo hin sossohin, balaan daranii dhaqqabee hunduu gaabbiin kan of nyaatu akka hin taane jechuun dhaamsa isaanii dabarsatu.


Similar Articles

Comments

  1. The Covid-19 epidemic is forcing many of the prodigal sons and the prodigal daughters of Ethiopia to return back to their origin country without any form of document to prove their identities since many of them had been living as illegal immigrants in exile for decades .

    Currently more than half of the Ethiopian diasporas living in foreign countries are said to be illegal immigrants residing in foreign countries illegally , among these diasporas the majority of them donot have any form of paperwork , no birth certificate , no IDs and no passports since many left Ethiopia decades ago by just walking across the border and now due to Covid-19 they are returning back to Ethiopia the same way they left by walking across the borders. The sad thing is many of them are not able to communicate with their relatives upon return and many are unable to support themselves in Ethiopia after returning, with many unable to find anyone they know or they remember upon returning because of the genocide and the displacements and other related factors so they are resorting into claiming they are Sudan born , Somalia born or Djibouti born refugees entering Ethiopia rather than identifying themselves as Ethiopian Diaspora returnees .
    The advantage they get from denying they are Ethiopian born Ethiopians is they will be wellcomed by the UNHCR instead of the Ethiopian government allowing them to get into the United Nations refugee camps within Ethiopia rather than ending up as beggars homeless on the streets of Addis Ababa during this time of Covid-19 .

    https://borkena.com/2020/05/22/ethiopias-porous-border-situation-high-risk-for-coronaviurs-spread/

    The Globe Post
    Web results
    Double Standards: Ethiopia Must Solve its Internal Displacement Crisis

    Reuters › article › ethiopia-allo…
    Web results
    Ethiopia allows almost 1 million refugees to leave camps and work – Reuters

    https://theglobepost.com/2020/01/09/ethiopia-idps-refugees/

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.

BBC Afaan Oromoo: ODUU Owwituu, Amajjii 27, 2020

BBC Afaan Oromoo: ODUU Owwituu, Amajjii 27, 2020

21 million Chinese died of coronavirus – US intelligence officials intercept data

21 million Chinese died of coronavirus – US intelligence officials intercept data By James Alami (Web Archive) -- A new data intercepted by the United States...

OMN: ODUU GALGALAA (GURRAANDHALA 20, 2020)

OMN: ODUU GALGALAA (GURRAANDHALA 20, 2020)

New Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in pdf

Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in PDF Via Aba Orma, September 3, 2019 የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) Author: Mudhin Siraj Pages: 152 Language: Amharic Year: July 2019 To...

Ethnic cleansing continued in Oromia Regional State by Abiy Ahmed

Ethnic cleansing continued in Oromia Regional State by Ethiopian government lead by Dr. Abiy Ahmed, Prime Minister of Ethiopia July 10, 2020 The Right Honourable Justin...