By | August 25, 2019


Fincila Qeerroo Gudar guyyaa hardhaa gageeffame, Hagayya 25, 2019

Amboo guyyaa araa’a Gudar ti mormiin Qeerroo akumma beeksiifneti kaleesaa dhoyee jirra Guyyaa OPDOs bayy’ee dhiyacha akka jiruu dha .

Oromon kana booda manna hudhati gurammu hinqabu dararamnu hinqabu. kanafu Qeerroon Amboo qophii ximuree jirraa qabsoo gudatu asi demmaa jirra. Oromiyaan hundi iti qophaa’a Dubiin OPDO dubii wayaneeti.Tokkumma cimma nuu barbachisaa .




Guder
25/8/2019
RIB Guyyaa Har’aa Magaalaa Guder Keessatti Baadii Tokkoo Malee Ummata Nagaa Irraattii Dhuukaasa Banee Qeerroo Hedduu Midhee Jiraa Sabaa hin beekamneen Dhukaasaa RIB ummata Irratti Baaneen Lubbuu Namaa Tokkoo Bahuu Hin oluu Jechuun Ni shakkamaa akkasumas Ergaa Dhukaasaa Bananii booda Qeerroo Magalichaa Tokkoo Midhaa Guddaa Irraan ergaa Gahanii boodaa Konkolaataa Isaaniitii fedhanii Akkaa Baqatan Jiratooni naannicha Himaani jiruu.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.