Fincila Xumura Gabrummaa Barattoota Oromoo – Update Guraandhala 6, 2021

#Barattootni keenya itti muddaa jiru. Jabaadhaa Barattootni keenya.
#Naqamtee
#Qaanqeen_Ambootti eegale guutummaa #Oromiyaa waliin ga’uuf jira. Har’a immoo barattoonni Qophaa’inaa #Naqamtee fincila itti muddaa Oolan.
May be an image of one or more people, people standing and road
#Barattoota_Magaalaa_Naqamtee_Cathoolic_Baga itti mudditan. Gabroonfataaf yeroo kennuun hin taatu!!

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.