GMN: Waltajjii Marii Hawaasaa fi Sabootaa – Jarmayaa ABO Biyya Ambaa

GMN: Jaarmiyaa ABO Biyya Ambaatti Waltajjii Marii Hawaasaa fi Sabootaa Empaayera Itoophiyaa – Hagayya 22, 2020

OLF Public Meeting and Solidarity Forum With Representatives from Different Nations & Nationalities in Ethiopian Empire – August 22, 2020

2 Comments

  1. Hi all,
    Warrii ibessa gotan gallaatooma!!
    Akkaa illaaleecha kootii: motumaan Ethiopia akkaa Far’on garaa jabaataa jira, kun immoo kuffaatii issaa bayee mudamessaa jechudha. Yerroo ammaa kana motummaan ummaataa hirraaresuu irraa garaa ummaataa walliin wallii galu irraatii demu qabaa ture. Hidhamitootaa hikuu qabaa ture. Hogantootaa hiku qaba ture. Garu kana godhaa hin jiru.Kunii hundinu wanii agaresisu kuffaatii issaatii. Kanaaf: Ummaatii Oromo/Qeerroon qophii, wan ammaa ta’ee kunnii akkaa ittii hindebineetii marrii cimmaa fi ijaaraamuu cimmaa godhun garii dha. Ammaas ijjaaraamuu ijjaaraamuu cimmessun barebaachisaa fakkaataa.
    2. Umaatoot Oromo kessaa jiraachaa jirraan hundumaa sirrittii to’aanoo godhun barebachissaa ta’uu mallaa. Tofetaa dinnaa ammaa kana, hallaan beekuun fi xinxalluun barebaachisaa ta’uu mallaa.
    3. Yoo midhaamiin cimmee immoo bakkaa ummaan issiin areguu/laalu danda’uuttii Fkn, addababayii, sentraa magalaa irraatii walliitii dhufaannii midhaa jiruu addunyaatii agaressiissuun barebaachisaa ta’uu mallaa.

    Waqayoon issiin walline ha ta’uu. Civil Disobedience Wins!!!

  2. Hi all,
    Ayyantu editara kessanif garii hawinaf!!!
    Akkam jiretu? Mallif mumichi ministera Suddan demee yeroo mudamaa kana kessatii,
    1. Qareshi barebadaa moo humena barebacha? waa hundafu Oromon/Qeerroon hala siriitii lalluun garii fakkataa.
    2.Hojaan hojaataamu motuumaa irraatii bayeechuun ni laaleema jiraa. Kanaf wan ummaanii Oromo jedhuf debii kenun malaa garii fakkata.
    3. Hogaanii Oromo/Qeerroo, yadaa, nama tokko, group tokko mottii, wajiraa tokkoos mottii, yanii immoo dhugaa, mirga fi denta ummataa Oromotii.

    Waqyoo issin wallin ha ta’uu, Civil Disobedience Wins!!!

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.