By | January 17, 2020


Hidhamtoonni Akka Wabiin Gada-lakkisaman Manni-murtii Ajajeyyuu, Poolisiin Gad-lakkisuu Dide: Abukaatoon Isaanii

Faayilii – Yaasoo Kabbabaa

FINFINNEE (VOA Afaan Oromoo) — Kanneen himannaan shororkeessummaa irratti dhihaatee ture Yaasoo Kabbadaa, Firaaol Indaalammaa fi namoonni biroon afur Amajjii 4 bara 2012 mana-murtiitti dhihaatanii eega mirgi wabii eegameefii booda hanga har’atti akka mana hidhaatii hin hiikamiin dubbatu, maatii fi abukaatoon isaanii.

Abukaatoon namoota kanneen Raadiyoo Sagaalee Ameerikaatiif akka himanitti maatiin namoota kanneenii maallaqa wabiif akka qabsiisan manni-murtii ajaje ka baasan ta’e iyyuu Obbo Yaasoon faa garuu ammallee manuma hidhaa jiran. “Poolsii tu ajaja mana-murtii hojii irra oolchuu dide,” jedhu – Abukaatoon isaanii. Gabaasaa guutuu caqasaa.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.