Iccitii gola Diina Miliqxee Baate: PP gidduutti Wal shaakkin uumame!

Iccitii gola Diina Miliqxee Baate: PP gidduutti Wal shaakkin uumame!

Adooleessa 24/7/2021

Qondaaltota PP gurguddoon tahan gidduutti yeroo ammaa lola fi muuffin guddaan uumamera.

Sababni taate lola fi waldhabdee kananiis qaamonni PP garee lamatti Wal hiran. Gareen tokkoo afanuma qawween dhufne waan taahef, aangoo keenyas afaanuma qaawwen lollee tiksaa jedha. Gareen lameessoo lakkii kun hin tahu jedhun Wal mormaan. Qaamota mormaan yeroo ammaatti gartuun PP tokkooffa namoota san ajjeessu fi hidhuun itti fufe bifa hin beekamnen. Namoonni addaa durummaan qondaaltoonni PP yeroo ammaa nama ajjeeessisa fi hisiisa jira golaale Oromiyaa guututti namoonni kunneen maqaa fi lakkofsi isaani akkaa armaan gaditi:
1) 0911220931___shimallis Abdiisa
2) 0911510086___Addisuu Araggaa
3) 0911210230___Lammaa Magarsaa
4) 0911254281____Komander Dambalish Gabra Mikeal
5) 091120215____Abbaa Duulaa Gammadaa
6) 0911233831____Hayiluu Gonfaa
7) 0953857396___Taayye Danda’a
8) 0911220562___Biraanu Juula
9) 0930678447___Baacaa Dabalee

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.