Mootummaan Yunaayitid Isteets Gabaaasaa Waggaa Ka Mirga Dhala-namaa Biyyoota Addunyaa Ifa Godhe

Mootummaan Yunaayitid Isteets Gabaaasaa Waggaa Ka Mirga Dhala-namaa Biyyoota Addunyaa Ifa Godhe

Jaallannee Gammadaa, Ebla 25, 2018

ReportWAASHINGITAN, DIISII (VOA Afaan Oromoo) — Ministriin dhimma alaa waggaa waggaatti akkuma gochaa ture Sanbata darbe kana gabasa bara 2017 baaseen Itiyoophiyaa keessatti sababaa malee hidhuu akkasumas yakkaawwan ka biroo mirga nmaaa irratti raawwataman, kanneen akka achi buuteen dhabamuu, lubbuun lammiwwanii humnoota mootummaan dhabamuu fi gochaalee hamminaa tarreessee baasee jira. ibsa ba’e kana irratti deebii mootummaa Itiyoophiyaa argachuuf eegaa jirra.

Guutummaa gabaasaa keenyaa dhaggeeffadhaa

Click Full Report in PDF

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.