ODDUU OWITUU Meshaa Fi Humnii Galii Waranaa Bilisumaa Oromoo

Hagayya 14/8/2021
Oduu injiffannoo Wbo zoonii kibbaa konyaa Gujii bahaa #Cibraa_Odaa_Adoolaa fi #Cibraa_laga_dambii walta’uun guyyaa hardhaa ganama irraa kaasee hanga sa’aati kana Lola irra jira.
Ganamaa barraqaa sa’aati 12:30 irraa ganda mucoo iddoo addaa Qorkee jedhamuu haxxee hidhee wbon diinaa magaalaa harqallo irraa garaa waadaraa deemu irratti tarkaafi fudhateen diinaa irraa battala #10_ajjeessee #7_madoon adabee kilaashii #AKM_2 galii qabsoo godhee
Ittuma fuufee Aanaa Gooroo Doolaa magaalaa daraaraa keessa nyaaphaa jiru irratti tarkaafi fudhateen mooraa diinaa barbadeessee
#Du’aan_28
#Meeshaa_AKM_10 #ISNAAPER 1 galii qabsoo godhee jiraa ittuma fuufee sa’aati wolfakkati keessatti
Aanaa waadaraa iddoo addaa biyyee diimtuu jedhamtuutti nyaaphaa birmanna deemu irrattii qaqalloon buttaa Gannalee siidaa gurrachaa fi buttaa oddoo dooyyoo tarkaafi fudhateen diinaa irraa
#Du‘aan_8
Hoogannaa poolisi oromiyaa sajjin Galgaloo dabalatee madeessee deebisee jira. Namni lama jiraan dhabamee jiraa
Lolli itti jira nu hordofaa

Gadaan Gadaa bilisummaati


ODUU Hatattama WBON Bilxiginnaa Gurra qabuf OLA fi TDF Waraana Abiy ibiddana wadaa jiru |Moha Oromo


ODDUU OWITUU Meshaa Fi Humnii Galii Waranaa Bilisumaa Oromotif Tahee Jiraa ODDUULE Birotis Itti


Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.