Oduu Ammee: WBO Ummata Oromotiif waamicha dabarseera

Waraanni Bilisumma Oromoo (WBO) Ummata Oromotiif waamicha dabarseera
Qeerroo
Yeroon kun yeroo ummanni Oromoo itti tokkoomee WBO Naannoo isaa jirutti akka dabalamuu dhamsaa dabarseera
1. Qeerroo
2. Qarree
3. Qotee bulaa
4. Milishaa gandaa
5. Poolisii Oromiyaa
6. Humna addaa Oromiyaa

Yeroon waliin taanee biyya keenyaa ummata keenya humna badi kaaba jalaa baraaarru amma jedhan Waraanni Bilisumma Oromoo

Waliif dabarsaa ummata Oromoo biraan gaha

Read also: Open Letter to Oromia Police, Special Force, and Members of Ethiopian Defense Force


Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.