OMN Horn: Odeessaalee Har’aa (ONKOLOOLESSA 4, 2021)

OMN Horn: Odeessaalee Har’aa (ONKOLOOLESSA 4, 2021)


Injifannoo WBO Onkololeessa 5, 2021

Abdiif Gaachanni Sabaa Cibraan Soddom Booroo Godina Gujii Bahaa Magaala Nageelle Booranaa seenuun Onkololeessa 05, 2021, Galgalaa keessa Sa’aati 02:30tti Kaambii Federaala iddoo Addaa #Keellaa_Finfinnee jedhamutti diina marsuun daaraa godheera! Odeessa dabalataan ammo Ganama kan Walitti deebinu ta’aa! Lollii itti fufaa!

wbo

#Injifannoon_Uummata_Oromoof

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.