By | April 15, 2019


OMN: Kabaja Guyyaa Goototaa Magaalaa Ambootti (Eebla 15, 2019)


#Yaadannoo Guyyaa goototaa kana oggan yaadadhu bara 2009 imimmaan halkan guutuu sabboontota Oromoo fi maandhee Hawwii Bilisummaa Yuunibarsiitii Adaamaa fi sabboontota jiraattpta magaalaa Adaamaa keessumaa qarree fi Qeerroo #Karrayyuu cobaa bule hin dagadhu.
Yaa sabboonummaa! Yaa Oromummaa!
Dukkana dahannee hunduu boohaa bulle. Nu keessa kan Wal beeknu muraasa, Wal tiksuuf jecha… garuu shammarran halkan san guutuu Hirqaa fi cobaa turan sammuun koo hin dagatu!
Suuran jaallan dirree jiran kanatu kana na yaadachiise!
Jaallan gaafasii akkasumaan jirtuu laata???

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.