OMN: ODUU (Hag 3/2020)

OMN: ODUU (Hag 3/2020)




#Baalee_Diinshoo

Wanti Diinshootti ta’ame dhugaadha. waan baay’ee garaa Nama gubuudha. Qeerroo Lamatu Wareegame. Dhimmichi akkas ture. Ganama irraa kaasee konkolaataan tokko deddebi’ee nama fe’aa ture. Konkolaaticha kan waraanaa seete dhiifte qeerroon. Galgala kana konkolaataa kana addaan baafachuuf matooraan duukaa yaabbatani wayta jedhan konkolaachisaan ummata bilisaa ergama waraana irraa fudhatee fe’aa jira. Gara magaalaa roobeetti bahinsa Diinshoo irratti yeroo qeerroon konkolaataa dhaabsiftee gaafattu, humni waraanaa dhufee, Qeerroo hordofaa turte keessaa nama lama rasaasan tumee ajjeesse.
Via H. B







1 Comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.