By | May 16, 2019


ONN: Qophii Addaa; Sagalee Qeerroo Bilisummaa; Soona Seenaa; Oromo TV: Garaa Mulata

ONN LIVE: Qophii Addaa : Marii dhimma haala yeroo fi maqa xureessii ABO irratti dhiyaatee jira jechuun ABOn ibsa kennee ilaalchisee MSH -GS ABO Addee Saamiyaa Osmaan waliin taasifamee. Caamsaa 16/2019



ONN LIVE : SAGALEE QEERROO CAAMSAA 15 2019 “Dhaaba uummanni jaallatu diinomfachaa uummatichatti fi

ONN LIVE : SAGALEE QEERROO CAAMSAA 15 2019 “Dhaaba uummanni jaallatu diinomfachaa uummatichatti firoomuun hin danda’amu” jechuun Addi Bilisummaa Oromoo ibsa baase! | Lixa Oromiyaa Godina Wallagga Lixaa Aanaa Mana Sibuu Ganda Kaarra Waayyuu keessatti waraanni mootummaa uummata dararaa jira. | Magaalaa Adaamaatti lafti uummataa saamamaa jira jedhame. | Kibba Oromiyaa Godina Booranaa keessatti uummanni Garrii uummata Oromoo irratti lola banuuf akka jiran gabaagame. | Godina Arsii Aanaa Qoreetti ODPn maqaa leenjii miseensotaa jedhuun ABO balaaleffachuun dhaga’ame.






Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.