#OromoProtests Gurraandhala 25, 2018 – FXG









Odeessa
Guraandhala 25/2018
Marfanni magaalaa Naqamtee akkanatti jira
=============================
Odeessa Guraandhala 2018
============================
Haala magaalaa Naqamtee irraa Jirtuu

Makkalaakayaan hooggansa KFO Naqamtee galchuu akkuma diddetti jirti. Konkolaataan 200 ol ta’ufi uummanni naannoo isaanuma waliin ammallee achuma jira. Uummata dabalataan Magaalaa Naqamtee irraa gara Guutee (bakka isaan itti ittifamanii jiran) dabalataan yaa’aa jiru bakka Hadiyyaa (naannoo Yunibarsitii Wallaggaa) jedhamutti Makkalaakayaan ittistee jirti. Humna dabalataas Baakkoo irraa gaafatanii akka jiran maddoonni amanamoon ni agarsiisu. Poolisiin Oromiyaa fi Kora Bittinneessaan humni isaanii daanga’aa ta’us achuma jiru.



Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.