Qeerroo Power – 2nd day of blockade in tact

Qeerroo Power – 2nd day of blockade in tact

#Akkeekachisa.
Qeerroo bilisumma hundaf ..Abiy Ahammed waraana Ertiraa fi Amaara irra fidha jiraa jeedhuu.

Yaadni sanii qeerroo bilisummaa cabsuu dhaf waan karoora bafatani fakkatuu
Yeroo amma kana akka maddeen keenyaa nuufa gabaaseetti.

Kana booda Qabsoon Oromoon irra jiruu kuni cabnaa hubadhaa Oromoon garbummaa jalatti deebi’uushi beeka.

Ummanni Oromoo baha kibba lixaa kabba jirtaan hundi qeerroo qarree isaa wajiin dhabacuun amma mudhii isaa hidhatee. Oromoon falmachuun amma kana beeka bakka jirtutti.
Qeerroo bilisummaa fi WBO keesan birra dhabadha.
IUOF !!






Diaspora support for Qeerroo Power continues


Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.