By | July 17, 2019


Qophii Sagalee Irbuu, Adooleessa 17, 2019

Nageenyi badhaadhaa dhaggeeffatoota “Qophii Sagalee Irbuu” sababaa ammatti ibsuu hin barbaanneen, qophiin kun torban tokkof irra utaaluu isaaf nu ofkalchaa jechaa ka har’aaf qondeessineetti isin ceesifnaa. Dhaggeeffadhaatii walumaaf dabarsaa
GALATOOMAA ! HORAA BULAA !!
SEENAA Y,G (2005)



Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.