By | September 13, 2019


NAGEENYI BADHAADHAA HORDOFTOOTA QOPHII “SAGALEE IRBUU ” QOPHII KEENYA BAATII FULNAANAA 2FFAA KUNOOTI CAQASAA WALIIF RAABSAA .

GALATOOMAA !
HORAA BULAA !
SEENAA Y.G (2005)


Qerroon dhugaa kana beekna !

Read a similar event OPDO did years ago, wikileaks : ETHIOPIA – RECENT BOMBINGS BLAMED ON OROMOS POSSIBLY THE WORK OF GOE

Qarshiin Baankii garaa garaa irraa saamame eenyutu saame ?? OPDO matuma isaa akka ta’e kamaal Galchuu ragaa baheeera .
Qarshii sanaan Opdo’n Maal hojjechaa jiru ???
WBO maqaa xureessuuf
-WBO fakkeessanii Dubartii gudeeduu.
-WBO fakkeessanii ittiin ummata samuu.
-Basaastootaaf rabsuu.
-WBOn harka kennate jedhanii ofumaa hucuu makalaakayaa uffatanii midia irratti ololuu.
Garuu dhugaan ummanni ragaa bahaa jiran waa’ee WBO akkana jechaa jiru.
Bakka WBOn socho’u hundatti..
-hattuun Hin jirtu.
-WBOn qabeenya ummata isaa Hin tuqu.
-dirqiin qabeenya namaa Hin tuqan.
-WBOn quunamti salaa eenyu waliin Hin raawwatamaa .Naamusa isaan isa ijoo dha.
-Amntaan,sanyiin,Nama Hin qoodan.
-mirga ilma namaa hunda Hin tuqan .
WBOn kan loluun Mootummaa garboofataa qofaan fi Warra Saba oromoo miidhan Jalee basaastuu gorfamtee deebii didde qofa.
Kana argine.Dhugaan jiru kanuma.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.