Qurxummichi OPDO liqimsuuf deema: Ergamtichi Wayyaanee durii, yakkamaan PP ammaa kufaati isaa jala ilmaan Oromoo abiddatti dhaquuf karoorfata

Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Qurxummicha dhabamsiisuuf Galaanicha gogsuudha jechaa har’a immoo dargaggoota Oromoof waamicha dhiyyeessa Ergamtuun wayyaanee kaleessaa ergamtuun sirna duraanii deebisuuf hojjetu Fiqaaduu Tasammaa!

Dammaqi Oromoo boolla irra geesiftee awwaaltu malee opdo kalee bilxiginnaa har’aa ammaan booda Oromiyaa keessaa dhabamsiisuun dirqama!

 

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.