RSWO: Hiriira Nagaa Dubartoota Oromoo Ontaariyoo

Hiriira Nagaa Dubartoota Oromoo Ontaariyoo ilaalchisuun, marii taasifame – Kutaa-1ffaa

Hagayya 5, 2020


Hiriira Nagaa Dubartoota Oromoo Ontaariyoon, Hagayya 7, 2020 Adeemsifamuuf jiru Ilaalchisuun, Marii Haadholii Oromoo: Aadde Faantaayee Goobanaa, Aadde Saafiyaa Korree, Aadde Soodaree Nuurgii fi Aadde Beetii Kitilaa waliin taasifame – Kutaa-1ffaa


Walitti-dhukaasa LMKII gidduutti raawwatame | Warraaqsi Galaana Uummataa bifa haarayaan itti fufuu Hagayya 4, 2020


Walitti-dhukaasa Loltoota Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaa gidduutti, Mooraa Leenjii Humna Waraana Qilleensaa Bishooftuutti argamu keessatti ta’e | Warraaqsi Galaana Uummataa, Kutaalee Oromiyaa Danuu keessatti, bifa haarayaan itti fufee jiraachuu.

March

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.