Sabni lakkoofsi isaanii namoota 99 qofa ture amma gara 560tti guddataniiru

Sabni lakkoofsi isaanii namoota 99 qofa ture amma gara 560tti guddataniiru

(BBC Afaan Oromoo) –Saboota aadaa fi afaan ofii qabaatanii Keeniyaa keessa jiraatan keessaa tokko saba El-Moolooti.

Sabni kun Kaaba Keeniyaa Kaawuntii Marsabiit Odola Koomooteerra jiraatu.

Bara dhiyoo lakkoofsi saba kanaa 99 gahee balaan baduu isaan mudatee ture.

Amma lakkoofsi saba kophaatti Odola Koomooteerra jiratan kanaa 560 gaheera.

Gaazexessaan Viidiyoo BBC Afaan Oromoo Yaadataa Birhaanuu Odola kanatti imalee isaan dubbiseera.

Related News about El-Molo in 2016


Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.