By | January 16, 2020


SBO: Sagalee Bilisummaa Oromoo, Amajjii 16, 2020


[SBO – AMAJJII 16,2020] Guyyaatti Birrii Tokko Bilisummaaf Pirojektiin jedhu ABO dinagdeen jabeessuuf Amajjii 12,2020 Waltajjii ABO Galma Miliniyemii (Barkumeetti) Birii Finfinnee jedhuun geggeessame irratti ifatti labsamee jira. Ergasii gumaachi maallaqni deemsisamaa jira.

Dhimma kana irratti qondaala ABO Jaal Dr.Bulii Ejjetaa waliin marii goonee jirra; kunootii caqasaa.





Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.