Seife Nebelbal Radio, Oromo News and Interview

Seife Nebelbal Radio, Oromo News and Interview – June 10, 2020


Imagine what do you feel when a fully loaded gun is on your neck? This is the work of a Nobel Peace Prize laureate, Abiy Ahmed. This his torture machine that our people face on daily bases. Living between dead or alive.

2 Comments

  1. Jalqaba Gaafa Arsiin hooggansa Jeneraal Waaqoo Guutuu tiin qabsoo eegalu warri biroo mootummaaf lola ture.Har’a ammoo yeroo Macca nan lola jedhu warri biroo ammoo mootummaan kunuu keenna jedhanii qabsoo Maccaa balaaleffatchaa jiru.Sababni tokko tahuu dhabuu keennaa :-
    “Abbaa Muudaa Gurraacha Dhugaa Soraa Lubbuu Waaqaa Lafaa Waaqa-Aanfatnaa Hulluuqaa Biyya Dhugaa Mirkanaa It.Is Saba Horoo Qomoon Shaggar Qubaan Madda Walaabuu ”
    Handhuura yaada hooggansaa ykn imaammataa taasifatchuu dhiisuu keenna irraa madda.
    Hanga imaammata Abbaa Muudaa tiin hin masakamnetti milkiin teenna birdhii dha.
    Horaa bulaa deebanaa.

  2. Yeerro Gujjin ajjeefamoo Boorraan Essaa tuurre?
    Yeerro Karaayyuni biiya Abbaasaa irra buqqifaamu metti Shewaan? Arsiin biyyo hunde Oromumma irra buqiifamu Afranqalloon maaffi ccali jedhe?
    Raakkon gudaan numara jiirti.

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.