SQ Sagalee Qeerroo Bilisummaa, Caamsaa 04 2019 Kibba Oromiyaa Godina Gujii Lixaa keessatti wa

SQ Sagalee Qeerroo Bilisummaa, Caamsaa 04 2019 Kibba Oromiyaa Godina Gujii Lixaa keessatti walin


ONN LIVE | Sagalee Qeerroo Bilisummaa Caamsaa 04 2019 Kibba Oromiyaa Godina Gujii Lixaa keessatti waraanni mootummaa yakka suukanneessaa uummata Oromoo irratti raawwachuu itti fufeera. | Kaaba Shaggar Godina Salaalee Aanaa Dagamitti humni nageenyaa mootummaa daa’ima waggaa 8 hidhe. | Lixa Oromiyaa Godina Wallagga Lixaa aanaa Mana Sibuu keessatti waraanni mootummaa uummata dararaa jira. | Walisoo keessaa dargaggoonni lama qabamanii hidhaman.

]

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.