STN Kenya – Daandii Bosontuu – Ebla 8, 2018

STN Kenya – Daandii Bosontuu – Ebla 8, 2018


Dhamsaa kanaa wolii dabarsaa!!

“Lets find …Abb Dabasaa Guyyoo safaroo”

Hayyuun seenaa Oromoo Aab Dabbasaa Guyyoo mana hidhaa magaalaa Finfinnee gara kutaa bulchiinsa Boolee jiraa jechaa jiru . dubbii kan ilmaan Oromoo Finfinnee jirtan akka suxaa seentanii mirkaneeffattan maqaa Oromummaan isan gaafanna!

#Free Dabassaa Guyoo Safaroo.


Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.