Tarkaanfiin WBO Jabaatee Itti fufee Jira

Tarkaanfii WBO | Guraandhala 06, 2021
Gootichii waraanaa bilisummaa oromoo humnii darbaatama furgaatuu zoonii lixaa guyyaa kaleessaa shawaa kaaba tarkaanfii dinaaf lukkee dina irraatti fudhatern weerartuu 35 ajeessuun 6 harkaan qabuun bohi’ee jira.
Gama meeshaan kilashii 15 fi bireenaa 2 rasaasa RPG fi boonbilee goosaa gara garaa boji’uun injifaannoo boonsaa galmessee jira.

 

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.