Uummani Oromoo kuma dhibbootan hidhamman hatattamaan akka gadidhiissaman

Uummani Oromoo kuma dhibbootan hidhamman hatattamaan akka gadidhiissaman ajjaja dabarsanii jiru.

Uummani OromooDr Abiy Ahmed Fedhii isaatin angoo Akka Gadi dhiisuu Gaafatanii jiru.

Mootumaan sirna naafxanyaaan dhuunfatamee uummata Oromoo diinomfachuun Artistii uummatichi hedduu jallatuu fi kabaju ajjeesisuu dandahee jira. Kana irratti dabalee immoo uummata artistii isaa awwallachuuf bahe hidhuun diinummaa isaa lammataa agarsiisee jira.

Mootumaan kun erga haacaluun ajjeefamee biyya bulchuu hin dandeenye, offinuu Sibiilaan eegamuu bira darbee sibiila uffatee adeemaa jira. Nageenya ofiif biyyaa offiin bulchu keessatti dhiphataa kan jiru mootummaan amma jiru kun Biyyan bulcha jechuun nama kofalchiisa jedhanii jiru.

Biyyi kun akka biyyaa sooriyaa tahuuf yeroo muraasatu hafa, kana fiduufis dhiisuufis hidhamtoota kana hatattamaan hiikuu fi hiikuu dhiisuu mootumaa Kanaatu murteessa jedhanii jiru.

Biyyi kun akka itti fuftu yoo barbaadame, Baqqalaa fi jawaar dabalatee, hidhamtootni Paartii keenyas guutummaan guututti akka hiikkaman akkeekkachiisa dhumaa Hayuu duree ABO #jaal_daawud_ibsaa irraa kenname!

Share godhaati Mootumaa Dr Abiy bira nuuf gahaa jenn

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.