By | July 11, 2019


WBOn shiftaa miti Qabsaawota Haqaati malee, Jedhu Poolisiin Okkora Bittinneessaa Oromiyaa

#Miseensota Poolisii Okkora Bittinneessaa Oromiyaa Sabboonummaa Qaban lamatu akkas jedhee dubbata====#Dhugaa Dubbanna Yoo ta’e #WBOn shiftaa miti Qabsaawota Haqaati malee. #WBOn hidhatee bosona jiru galateeffamuu qaba malee gonkumaa balaaleffatamuu hin qabu. #Sababni Isaas Jedhan Gaafa Shiftootni Beenishaangul Gumuz, Wallaggaa Bahaa fi Lixaa keessatti fi Loltootni Sumaalee Harargee Bahaa fi Lixaa Gujii Bahaa fi Lixaatti Daangaa Oromiyaa Sarbuuf Waraana Itiyoophiyaa/RIB waliin ta’anii miseensota keenya hedduu birmannaaf bobbaafaman ajjeesanii ibiddaan gubaa turan silaa kan hunda keenya fixan #WBOn nuuf birmatee nuun of booddee nu aansee ofii dura bu’ee ofii isaa wareegee lubbuu miseensota keenyaa hedduu du’a jalaa oolcheedha. #Kanaafuu, WBOn shiftaa miti waraana mootummaatu shiftaadha malee. Nutis Kana Booda Diina waliin hiriirree Uummata keenya hin ajjeefnu,hin hiinu,hin dararru WBO waliin hiriirree Uummata keenyaaf qabsaawuuf qophiidha. jedhan. Dirreen Qabsoo Haqaas Isin Simachuuf Qophiidha Jenna. IUOf/WBOf

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.