WBOn Zoonii Lixaa Cibraan Odaa Bulluq Weerartuu 37 Ajjeesuu Ajajni Onichaa Beeksiseera!

WBOn Zoonii Lixaa Cibraan Odaa Bulluq Weerartuu 37 Ajjeesuu Ajajni Onichaa Beeksiseera!

Waxabajji 12,2021

Irreef gaachanni uummata oromoo WBOn Zoonii Lixaa Cibraan Odaa Bulluq Buttaan Eebaantu humni furgaatuu aduu saafaa Aanaa Haroo Limmuu gandaa Gaattiraa Dambiitti humna weerartuu impaayera Itoophiyaa utubuuf lubbuu uummata oromoo balleessaa jirtu irratti guyyaa har’aa tarkaanfii laalleessaa fudhateen 37 du’aan adabuun 20 madoo ulfaataan adaabeera. Lola kana irratti ajajaan shantamaa Silashii Wandifiroo rukutamee amma magaalaa Naqamtee gaheera. Meeshaaleen diina irra hiikaman:- kilaashii 12, Boombii 9 , fi Snayipeerii 6, tarkaanfiin itti fufa!

Injifannoon Uummata Oromoof!


Information received from local residents

Yesterday, June 11, 2021, there was heavy fighting between Eritrean Armies ( Shabiya Armies) and the Oromo Liberation Army (OLA) in West Shawa Zone of Gindebarat District. On this fighting the Shabiya armies were badly hit and they are on the run. However, as a revenge they are killing civilians in the area. So far, six local civilians have been killed by the Eritrean soldiers. They are :
1. Sabbooqaa Barsiisaa Camadaa
2.Lataa Koorsaa Didaa
3. Warqiisaa Asaffaa
4. Abrahaam Beekumaa
5. Darajjee Maammoo
6. Daadhii Baqqalaa
The rest of local residents are running from their homes to safe their lives. As usual the Eritrean armies continued looting private properties.
We ask Oromia citizens abroad to follow up the situations in Oromia and atrocities on Oromo civilians and make our voices heard to the international community.

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.