Maqaa hooggantoota fi qabsaa’ota sirna Woyyaaneen ukkaamfamani
Maqaa hooggantoota fi qabsaa’ota keenya sirna kanaan ukkaamfamanii dhabamsiifamanii 200 kunooti. Maqaa kana yeroo adda addaatti walitti qabeen kuusaa ture. Amma koreen dhimma hooggantoota keenya kanaa qoratee eessa akka jiran adda baasu hundeeffamuu waanan dhaga’eef hubannoo yoo qabaatame gaariidha jedheen… Read More »