Oromoo Ija kee banadhuu!! Kanatuu Mootummaa Oromoo-tii?

Oromoo Ija kee banadhuu!! Kanatuu Mootummaa Oromoo-tii?

â?—
🅰�🅱�🅾�bakkoota turanii fuudhamuun Galaan Dirree Sololiyaa fi Abbaasaamu’eelitti geeffamaniiru.
Akka kanaan jaallan mana Hidhaa Maakalaawii Buufata Poolisii 3ffaa turan Miliqfamuun Mana Hidhaa ‘eel jedhamutti dabrfamutuu barame. Akka odeessi maddeen irraa har’a Gurraandhala 22,2022 bahe addeessutti ganamaan jaallan
🅰�🅱�🅾�Buufata Poolisii 3ffaa Maakalaawiitii fuudhamuun Mana hidhaa Addaa Abbaasaamu’eel jedhamutti dabarfamaniru.
Haaluma Walfakkaatuun, guyyaa kaleessa Gurraandhala 21, 2022 odeessa Galaan irraa nu dhaqqabeen Miseensa Shanee Gumii Gumii Sabaa 🅰�🅱�🅾�Jaal Abdii Raggaasaa bakka itti hidhamee ture, Waajjira Poolisii Qajeelcha Poolisii Magaalaa Galaanii ganamaan baasuun bakki geeffame hin beekkamne jennee turre guyyaa har’aa Mooraa waraanaa Kaampii hiraarsaa Galaan Dirree Sololiyatti geeffamutuu mirkanaahe.

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. .