Oromoo Ija kee banadhuu!! Kanatuu Mootummaa Oromoo-tii?
Akka kanaan jaallan mana Hidhaa Maakalaawii Buufata Poolisii 3ffaa turan Miliqfamuun Mana Hidhaa ‘eel jedhamutti dabrfamutuu barame. Akka odeessi maddeen irraa har’a Gurraandhala 22,2022 bahe addeessutti ganamaan jaallan
Haaluma Walfakkaatuun, guyyaa kaleessa Gurraandhala 21, 2022 odeessa Galaan irraa nu dhaqqabeen Miseensa Shanee Gumii Gumii Sabaa ![🅰�]()
![🅱�]()
Jaal Abdii Raggaasaa bakka itti hidhamee ture, Waajjira Poolisii Qajeelcha Poolisii Magaalaa Galaanii ganamaan baasuun bakki geeffame hin beekkamne jennee turre guyyaa har’aa Mooraa waraanaa Kaampii hiraarsaa Galaan Dirree Sololiyatti geeffamutuu mirkanaahe.
Be the first to comment