Amharic
-
Participate in Oromo community events such as local tech meetups or conferences to create awareness about Netsuite Online Training.
Afaan Oromoo
-
Duula Oromiyaa Diiguu, Oromummaa fi Sabboonummaa Balleessuu – Kan Habashootni akka diinaatti laalan Oromummaa fi Sabboonummaa Oromoo ti – Berhanu Hundee tiin | Guraandhala 23, 2022 Oromummaa fi Sabboonummaan Oromoo maali? Akkamitti ibsamu? Oromummaan utubaalee [Read more]
-
Oromoo Ija kee banadhuu!! Kanatuu Mootummaa Oromoo-tii? #Odeessa_Faana_Miliqsuu #Jaallan_Miseensota_Qondaalotaa_fi_Hooganoonni bakkoota turanii fuudhamuun #MooraaHiraarsaa Galaan Dirree Sololiyaa fi Abbaasaamu’eelitti geeffamaniiru. Akka kanaan jaallan mana Hidhaa Maakalaawii Buufata Poolisii 3ffaa turan Miliqfamuun Mana Hidhaa #AbbaaSaamu‘eel jedhamutti dabrfamutuu [Read more]
-
Turtii Jaal Marroo Dirribaa wajjiin godhame BBC Afaan Oromoo irratti Residents of Abuna Gindabarat district condemned ABO Shane’s bad act. In West Shoa zone, residents of Abuna Gindabarat district protesting against ABO Shane’s bad act. [Read more]
-
ODUU AMEE Gochaa Nafxii Shiraa Abotii Qabenyaa Oromo fi Hayotaa Oromo Iratii Warii Nafxanya Abiyin (Omnglobal)–Qondaalota Ajjeechaa Abbootii Gadaa Karrayyuu keessatti qooda fudhatan gaafatama jalaa baraaruuf hawaasa walitti buusuu dabalatee shirri garaagaraa xaxamaa jiraachuun ifoome. [Read more]
-
TPLF kophaa isaa WBO/UFEFCF malee PP wajjin marii araaraa ni godhaa? Hireen WBO maal ta’uuf deema? Kutaa Lammaffaa Berhanu Hundee | Guraandhala 16, 2022 Mata dureedhuma kana keessaa osoo hin baane, waan barreeffama isa kutaa [Read more]
-
Ibsa Boordii Filannoo Biyyoolessa Ethiopia. Ibsi Boordii Filannoo Biyyoolessaa Ethiopia loogiin kan guutame ta’uusaa ragaan kana caalu hin jiru. ABO’n Boordii Filannoo Biyyoolessaa Ethiopia’f deddeebisee komii hedduu barreeffamaan dhiheessuun isaa utuu beekamuu,HD ABO, Qondaalli fi [Read more]
-
Oduu Guraandhala 16,2022-Tarkaanfii WBOn bakka hedduu fudhate fi Ameerikaan Ammas Ethiopia Ka’u Qophii Arraata Biyyoolessa Oromiyaa Gurraandhala 16, 2022 ODUU Amme Waraanni Tigraayii fi Affaar Lolaa Cimaa Abiy ahmed Waa’ee Waraanaa Maal TPLF WBO akka…
-
ODUU Hatattama! WBO Magaala Gidaamii fi Magaala Qondaala Qabate TPLF warana Abiy boji’e Moha Oromo
-
Mootummaan Paartii Bilxginnaa Hidhamtootaa fi Maatii Hidhamtootaa Qaamaa fi Qalbiin Hiraarsuu Dhaabuu qaba! Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo Mootummaan Itiyoophiyaa, kan paartii Bilxiginnaa (PP)’n hogganamu, mormitoota siyaasaa, addatti miseensotaa fi deeggartoota Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) hiraarsuu [Read more]
-
Amhara Prosperity party, The socalled Oromoo Bilxigna fi fanon Amharan wol-tahuun Oromoo fixaa jiru. ODUU AMMEE! Oduuwwan jajjaboo Afaan Oromoo Guyyaa Har’aa Gamtaa Media ODUU Hatattamaa Amma nu gahe Afaan Oromoo |Gamtaa Media #Malli maali. [Read more]